Yuunvarsiitiin Riiftii Vaalii Kaampaasiiwwan garaagaraatti barattoota barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Riiftii Vaalii barattootaa ogummaa garaagaraan Kaampaasii Adaamaa fi Asallaatti barasiisaa ture kuma 3 fi 75 eebbisiise.…