Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Diimaa Sabbataa fi Nageellee Arsii eebbifame
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti Manni barumsaa Ifaa Boruu Diimaa Sadarkaa 2ffaan bakka preezdaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…