Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kutaalee magaalee Finfinnee keessatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har'aa biqiltuu miiliyoona 1 dhaabuuf Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kutaalee magaalee hunda keessatti gaggeeffamaa jira.…