Mootummaan gaaffii waliigaltee dhukaasa dhaabuu bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay gaafateef deebii…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Mootummaan federaalaa gaaffii bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay rakkoolee muudatan furuuf dhiyeesseef deebii laateera.
Bulchiinsi yeroo naannoo…