Lammiileen Godina Shakkaarraa buqqa’an gara qa’ee fi qabeenya isaaniitti deebi’aa jiru jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa godina Shakkaatti sababa rakkoo nageenyaa uumameen lammiileen qa’ee fi qabeenya isaanirra buqqa’an deebi’aa jiraachuu…