Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti buufataalee filannootti bu’aan filannoo yeroo ifoomaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti buufataalee filannootti bu’aan filannoo yeroo ifoomaa jiraachuu himameera.…