Oduu biyya keessaa Haadholiin guyyaa har’aa dahan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaa godina Silxee fi Naannoo Amaaraa magaalaa Chaaginiitti haadholiin guyyaa har’aa dahan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee…
Oduu biyya keessaa Nageenya keenya eeggachaa filannoo filachuun barbaachisaadha – obbo Muusaa Adam Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Nageenya keenya eeggachaa filannoo filachuun barbaachisaa ta’uu Walitti qabaan Mana Maree Waloo Paartilee siyaasaa obbo Muusaa Adam himaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aanaalee fi Magaaloota godina Wallagga Lixaatti filannoo cinaatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Aanaalee fi Magaaloota godina Wallagga Lixaatti filannoo cinaatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu gaggeeffamaa jiraachuu himameera.…
Oduu biyya keessaa Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni kutaa magaalaa… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Giddugaltummaa tokko malee bilisaan filannoo gaggeessaa jiraachuu jiraattoonni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Araadaa himaniiru. Kutaa…
Oduu biyya keessaa Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Aanaa Barakitti filannoon… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Aanaa Barakitti filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira jedhame.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahiwarqi filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laataniiru. Preezdaant Saahilawarq Kutaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalee Uumaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalee Uumaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru. Injiinar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Diimaa Nagawoo filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Dhuunfaan Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf kan dorgoman Dooktar Diimaa Nagawoo Godina Iluu Abbaa Boor buufata filannoo Goree 04’tti argamuun sagalee…
Waajabila Faanaa Misirroowwan barii cidha isaanii filannoo marsaa 6ffaa filatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Qaalluutti Misirroowwan kaleessa cidha isaanii raawwatan filannoo marsaa 6ffaa filataniiru. Dargaggoo Muhaaddiin…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii fi magaalaa Asallaatti filannoo gaggeessuu cinaatti dhaabbiin biqiltuu raawwatamaa jira… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Jiraattoonni godinichaa fi magaalaa…