Proofeesar Birihaanuu Naggaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Proofeesar Birihaanuu Naggaan Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Niifas Silki Naannoo Filannoo 23 tti Buufata Filannoo 05 tti argamuun sagalee…