Godina Baaleetti filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa Godina Baaleetti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan haala tasgabbii qabuun gaggeeffamaa jira.
Feesbuukii keenyan dabalata…