Oduu biyya keessaa Paarkiin Bashannanaa Piikook eebbifame Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Paarkii Bashannanaa ‘Zuu’ Piikook eebbisiisan. Sirna eebba Paarkii Zuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii 51 baasii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman. Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faraahin Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahi itti aantuu Af Yaa'ii Beeljiyeem waliin Braasilsitti haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarrame… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 5 oliin ijaarrame Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophiyaa fi Jiibuutii seenaa qabeessaa fi cimaa dhiibbaa alaa kamiinuu gufatuu miti… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Jilli hoggantoota olaanoo Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Preezdaantii Jiibuutii Ismaa'eel Umar Guulleehi waliin mari'ateera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Turki damee Geejjibaan tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Turki damee Geejjibaan dhimmoota Teeknikaarraatti tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallateessan. Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Daagmaawiit Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Muummee Ministiraa Neezarlaandiif… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde Daagmaawiit Mogas Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Asallaatti Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Haacaaluu eebbifame Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Jilli itti gaafatamaan Waajjirra Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu magaalaa Asallatti Mana Barumsa Ifa boruu…
Oduu biyya keessaa Miseensota Raayyaa Ittisaa sarbama mirga namoomaa raawwachuun shakkaman 60 irratti himanni baname… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa sarbama mirga namoomaa raawwachuun Shakkaman 60 irratti himanni banamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.…