Oduu biyya keessaa Buufanni Raabsa Humna Elektirikii Bu’ii eebbifame Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa Godina Guraageetti Buufanni Raabsa Humna Elektirikii Bu’ii eebbifame. Sirna eebbichaarratti itti aanaa Preezdaantii naannoo…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii fi Harargee Lixaatti Proojektoonni misoomaa eebbifaman Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Godina Arsii aanaa Leemmuu fi Bilibiloo fi Harargee Lixaa magaalaa Baddeessatti Proojektoonni misoomaa eebbifamaniiru. Itti gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Baajanni dabalataa bara 2013 Birrii biiliyoonni 26.4 ragga’e Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Baajata dabalataa bara hojii 2013 Birrii biiliyoona 26.4 raggasiise. Manni maricha walga’ii idilee…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faraahin ergaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Gamtaa Awurooppaaf… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahin ergaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Gamtaa Awurooppaaf…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sanbateetti waltajjiin Nageeyaa fi Araaraa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Magaalaa Sanbateetti waltajjiin marii Nageeyaa fi Araaraa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Rakkoo tasgabbii Axaayyee fi naannawaa isheetti uumame…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Goobanaa Buttaa Dabalee sadarkaa 1faan eebbifame Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Manni Barumsaa Goobanaa Buttaa Dabalee sadarkaa 1ffaan ijoollee Qonnaan bultoota misoomaaf kaafamaniif ijaarrame…
Fayyaa Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa ni laatama Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa kan laatamu ta’uu ibsameera. Talaallich lammiilee miiliyoona 2 kan…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 945 hojjetaman tajaajilaaf banaa… Sifen Megersa Jun 9, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 45 oliin hojjetaman tajaajilaaf banaa ta'uu bulchiinsi godinichaa…
Biiznasii Ministeerri Galiiwwanii adeemsa galii sassaabuu irratti baankoota dhuunfaa shan waliin waliigaltee… Sifen Megersa Jun 9, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii adeemsa galii sassaabuu irratti baankoota dhuunfaa shan waliin waliigaltee mallatesseera. Sirni galii sassaabuu karaa…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon manneen barnootaa Ijaarsiisuun hojiilee hojjetaniif sagantaan… Sifen Megersa Jun 9, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon manneen barnootaa Ijaarsiisuun hojiilee hojjetaniif sagantaan galateeffannaa qopheessummaa Ministeera Barnootaan…