Oduu biyya keessaa Fooramiin Misooma Namaa eegalame Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Fooramiin Misooma Namaa Itiyoophiyaa bara 2025 Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti eegalameera. Foormichi guyyoota lamaaf kan ta’u yoo ta’u, mata…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni Jigjigaatti argame Kutaalee Baha biyyattiif abdii fi kaka’umsa olaanaadha – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Dooktar Abiy baatii…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal, PSG, Doortumandii fi Naappoolii morkattoota isaanii… Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) - Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal, PSG, Doortumandii fi Naappoolii morkattoota isaanii yoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Oct 1, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru. Magaalaan Jigjigaa har'a daawwanne kan Baatii…
Fayyaa Fayyadamummaa ogeeyyii yaala fayyaa mirkaneesuuf hojiileen garaagaraa hojjetamaa jiru –… Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) - Fayyadamummaa ogeeyyii yaala fayyaa mirkaneessuuf tajaajila tajaajilamaa fi tajaajilaa giddugaleeffaterratti xiyyeeffatameera jedhe Ministeerri Fayyaa.…
Biiznasii Qabeenyi waliigalaa Baankii Abiisiiniyaa Birrii biiliyoona 200 fi Biiliyoona 86 ol ga’e Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Baankiin Abiisiiniyaa qabeenyi waliighalaasaa Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 86.2 ga’uu beeksise. Baankichi yaa’ii idilee abbootii aksiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi falaasama Oromoon madaala uumamaa eeguun hariiroo uumaa waliin qabu ittiin tikfatuudha… Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Waltajjiin Gumii Balal marsaa 45ffaan mata duree ''Irreecha Olka'insa biyyaaf!'' jedhuun Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti…
Biiznasii Torbeen Tuurizimii Oromiyaa 5ffaan eegale Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Torbeen Tuurizimii Oromiyaa 5ffaan guyyoota sadan itti aananiif turu har’a Hoteela Iskaayi Laayitiitti jalqabeera. Hoggantoonni Mootummaa Federaalaa,…
Idil Addunyaa Yuutiiyuubiin Pireezidaanti Tiraampiif Doolaara miiliyoona 24.5 beenyaa kaffaluufi Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Yuutiiyuubiin himannaa Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi dhiyeessan hordofee Doolaara miiliyoona 24.5 beenyaa kaffaluuf waliigale.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara haaraa Shakkachoo kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Ayyaanni bara haaraa Shakkachoo ‘Mashiqaaree Baaroon’ kabajamaa jira. Ayyaanicha magaalaa Geecaatti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Sirna…