Godina Goojjam Bahaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Bahaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, namoota 12 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu…