Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3.5 caale
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3.5 caaluu ibsameera.
Akka addunyaatti hanga ammaatti namoota miiliyoona dhibba 1…