Lakkoofsi namoota kaardii filannoo fudhatanii miiliyoona 31 caaluu ibsame
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Hanga ammaatti lakkoofsi namoota kaardii filannoo fudhatanii miiliyoona 31 fi kuma dhibba 7 fi kuma 24 caaluu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise.…