Oduu biyya keessaa Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa Bulbulaa eebbifame Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Birriin biiliyoonni 6.5 baasii kan itti ta’e Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa Bulbulaa eebbifameera. Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa fi Faawundeeshiniin Dibooraa guddina sammuu daa’immanirratti waliin hojjechuuf… Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi Faawundeeshiniin Dibooraa dhimma dhibee saalessa saammuu daa’immani irratti waliin hojjechuuf waligaltee mallatteessaniiru.…
Fayyaa Du’atii daa’imman reefu dhalatanii hir’isuuf hojjetamuu qaba jedhame Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa hojiin du’atii daa’imman reefu dhalatanii hir’isuuf hojjetamu xiyyeeffaannoo olaanaa argachuu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Proojektiin daandii saffisaa Mojoo – Maqii – Baatuu eebbifame Sifen Megersa May 8, 2021 0 Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Proojektii daandii saffisaa Mojoo – Maqii – Baatuu eebbisiisaniiru. Sirna eebbichaarratti…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 778 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 778 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 18 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Sosochii ABO shanee qolachuuf Poolisiin federaalaa milishoota naannoo waliin hojjechaa jiraachuu… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) - Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti sosochii ABO shanee qolachuuf Poolisiin federaalaa milishoota naannoo waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Qaamni walabaa filannoo taajjabu kamiiyyuu birmadummaa biyyattiif dursa laachuu qaba – Mana Maree… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Qaama walabaa idil addunyaas ta’e biyyaalessaa filannoo taajjabu kamiiyyuu birmadummaa biyyattiif dursa laachuu akka qabu Manni Maree Waloo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyanummaan kan itti hojjannee matashee olqabnu malee kan itti boonyu miti – obbo… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa damee Qonnaa ammayyeessuuf xiyyeeffannaan hojjetaa jiraachuu Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan…
Oduu biyya keessaa Yeroon galmee filattootaa guyyoota 7f dheerate Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Yeroon galmee filattootaa guyyoota 7f dheeraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise. Buufataalee filannoo kuma 41 fi 798 irratti…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa FDRI miseensota duulaa olaantummaa seeraa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hogantoota waraanaa olaanoo riifoormii dhaabbatichaa fi miseensota hojii olaantummaa seeraa kabachisuu keessatti shoora…