Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan itti aantuu dura teessuu Komishinii gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Ebila 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin itti aantuu dura teessuu Komishinii…
Oduu biyya keessaa Mootummoonni naannoo Afaarii fi Soomaalee walitti bu’iinsa tibbana muudate karaa nagaan furuuf… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Jilli hoggantoota olaanoo Preezdaantoota naannoo Afaarii fi Soomaaleen durfamu walitti bu'iinsa tibbana daangaa naanolee lamaanii gidduutti muudate…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Dirree Dawaan injifatameera.…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo raawwatame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo har’a waaree boodaa bakka maatiin, Firoottan, jalleewwan ogummaa fi dinqisiifattoonni isaa argamanitti…
Teeknooloojii Dhaabbanni Facebook fuulawwan Gibts taa’anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Dhaabbanni guddichi miidiyaa hawaasummaa Facebook fuulawwan Gibts taa'anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo tatamsaasan haquu…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deemaark waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deemaark Jeep…
Fayyaa Qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan guutuutti hojiirra… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa daraan dabalaa dhufuu isaan qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’ataman Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Wayita Tsooma Ramadaanaa jaalala,walgargaaruu fi waliif yaaduun dabarsuun barbaachisaadha jedhame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Tsooma Ramadaanaa jaalala,walgargaaruu fi waliif yaaduun dabarsuun barbaachisaa ta’uun Preezdaantiin Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Hajii…