Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach sosochii geejjibaa magaalaa Finfinnee daawwatan Sifen Megersa Mar 29, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee sosochii geejjibaa magaalaa Finfinnee daawwatan. Hanqina geejjibaa…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,769 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 28, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 19, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,769 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 17 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Ispoortii Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun Nishaanii warqee kabajaa biyyaaleessa badhaaffamte Sifen Megersa Mar 28, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) – Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun oolmaa biyyaaf oolteen Nishaanii warqee kabajaa biyyaaleessa badhaaffamteerti. Nishaaniin Warqee Giraama 350…
Ispoortii Sagantaan beekkamtii laachuu Komaandar Atleet Daraartuu gaggeeffame Sifen Megersa Mar 28, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) – Sagantaan beekkamtii laachuu Komaandar Atleet Daraartuu Hoteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffame. Sirnacharratti Preezdaantii mootummaa naannoon…
Oduu biyya keessaa Boordichi korri sabaa ABO Bitooteessa 4, 2013 gaggeesse ulaagaalee kan hin guunne ta’uu isaa… Sifen Megersa Mar 28, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa yaa'iin waliigalaa ABOn Bitooteessa 4, 2013 gaggeesse ulaagaalee barbaachisu kan hin guunne ta'uu isaan…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii dubartoota Oromiyaa 4ffaan eegalera Sifen Megersa Mar 27, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii dubartoota Oromiyaa 4ffaan magaalaa Baatuutti eegalera. Shaampiyoonaa kanarratti Ispoorteessitoonni 1500 ol ta'an kan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,142 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 27, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 18, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,142 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti torbee tokko keessatti namoonni yakka garaagaraan shakkaman 359 to’ataman Sifen Megersa Mar 27, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti torbee tokko keessatti namoonni yakka garaagaraan shakkaman 359 to'atamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise. Magaalicha…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan godina Jimmaa aanaa Qarsaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwatan Sifen Megersa Mar 27, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan godina Jimmaa aanaa Qarsaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Balaa ibidda bosonaa iddoo garaagaraatti qaqqabe dhaamsuuf qaamni hundi hirmaannaa akka taasiisu… Sifen Megersa Mar 27, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa balaa ibidda bosonaa iddoo garaagaraatti qaqqabe dhaamsuuf qaamni hundi hirmaannaa akka taasiisu waamichi…