Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hoggantoota hojii sadiif muudama laatan Sifen Megersa Apr 5, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota hojii sadiif muudama laataniiru. Haaluma kanaan:- 1. Mahaammad Indiriis…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,878 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 4, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,878 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 27 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni hariiroo Ityoo – Ameerikaa cimsu hundaa’e Sifen Megersa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Hariiiroo Ityoo - Ameerikaa cimsuuf dhaabbanni dhimmoota ummata Ityoo - Ameerikaa hundaa'eera. Dhaabbatichi Diyaaspooraawwan Ityoophiyaa fayyadamoo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraay ilaalchisee ibsi miseensoonni biyyoota garee 7 baasan dhugaarraa kan fagaateedha… Sifen Megersa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraay ilaalchisee ibsi miseensoonni biyyoota garee 7 baasan tarkaanfii mootummaan fudhataa jiru giddugaleessa kan hin godhanne ta'uu…
Oduu biyya keessaa Siimpooziyeemiin Aadaa, Seenaa fi Afaanii 14ffaan Silxee kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Siimpooziyeemiin Aadaa, Seenaa fi Afaanii 14ffaan Silxee addabaabayii michummaatti kabajamaa jira. Akkasumas guyyaan bulchiinsi godina Silxee ofiin of…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,997 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 3, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 25, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,997 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 21 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa meeshaalee yaala fayyaa waliigaltee liqaa salphaa yeroo dheeraan bitaman fudhate Sifen Megersa Apr 2, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa meeshaalee yaala fayyaa waliigaltee liqaa salphaa yeroo dheeraa Baankii Eegziim waliin taasiifamee Doolaara miiliyoona 30 bitaman…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Sifen Megersa Apr 2, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi'aniiru. Lammiilleen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,353 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 2, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 24, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,353 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 25 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Muluun daayreektara biyyoota Afrikaa Saaharaa gadii Cheek Rippaablik waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 2, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Jarman, Cheek Rippaablikii fi Isloovaakiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Muluu Salamoon daayreektara biyyoota Afrikaa Saaharaa…