Ispoortii Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoomeera. Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii 9:00…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru. Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa…
Ispoortii Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera. Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan warshaalee Zayitaa Faabeellaa fi Shaamuuf liqii Doolaara miilyoona 44 dhiyeessuufi Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Mootummaan warshaalee Zayitaa Faabeellaa fi Shaamuuf liqii Doolaara miiliyoona 44 dhiyeessuuf ta’uu ibsameera. Jilli Ministeera…
Biiznasii Baatiwwan 8n darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.2 olitti tilmaamamu… Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Baatiwwan 8n darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.2 olitti tilmaamamu to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa walitti qaburratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhame Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) –Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaan addaa Ityoophiyaa ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Idil Addunyaa Saamiyaa Suuluuhuun har’a Preezdaantii Taanzaaniyaa ta’uun kakuu ni raawwatu Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) - Itti aantuu Preezdaantii Taanzaaniyaa kan turan Saamiyaa Suuluuhuun har’a Preezdaantii Taanzaaniyaa ta’uun kakuu ni raawwatu jedhame.…
Biiznasii Baankiin Intarnaashinaalii Oromiyaa fi Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa waliigaltee hojii… Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) - Baankiin Intarnaashinaalii Oromiyaa fi Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa waliigaltee hojii waliin hojjechuu mallatteessaniiru. Itti…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan lammiilee naannoo Tigaayiif Doolaara miiliyoona 52 deeggarsa taasiifte Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa namoomaa lammiilee naannoo Tigyaayiif kan oolu Doolaara miilyoona 52 deeggarsa taasiisuu beeksiifte. Ityoophiyaatti Imbaasiin…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq boqachuu Preezdaantii Taanzaaniyaatti gadda itti dhaga’ame ibsan Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Taanzaaniyaa Joon Maaguufuuliiniitti gadda itti dhaga'ame ibsaniiru. Preezdaant…