Boordiin Sakattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa daawwannaa marsaa duraa gaggeessaa jira
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Boordiin Sakattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa daawwannaa dirree marsaa jalqabaa gaggeessaa jiraachuu ibsame.
Sadaasa 14, 2013 daawwannaa dirree…