Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti balaa Ibiddaa tasa Uumameen qabeenyi manca’e
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti balaa Ibiddaa tasa Uumameen qabeenyi barbadaa'uu ibsameera.
Kaleessa galgala naannoo sa'aatii 12…