Fayyaa Dhukkubni busaa ammallee yaaddoo ta’aa jira – BFO Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018 (FMC) –Dhukkubni busaa ammallee yaaddoo ta'aa jira jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa. Kenniinsa tajaajila fayyaa qulqulluu, si'ataafi qaqqabamaa taasisuuf…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Qonna Addunyaa Inisheetivii Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaaf beekamtii kenne Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018 (FMC) – Mootummoota Gamtoomanii jalatti kan argamu Dhaabbanni Qonna Addunyaa Inisheetivii Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaaf beekamtii kenneera. Ministirri…
Teeknooloojii Ministeerichi tajaajila si’ataa kennuuf kan dandeessisu sirna diijitaalaa eegalchiise Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa hojimaata dhaabbatummaa ammayyessuun tajaajila si'ataa kennuuf kan dandeessisu sirna diijitaalaa eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Damee Loojistiksii fi Maritaayimiin humna namaa ga’umsa qabu horachuun murteessaadha – Dooktar… Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Afrikaatti damee Loojistiksii fi Maritaayimiin humna namaa ga’umsa qabu horachuun murteessaadha jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii…
Ispoortii Atileet Taammiraat Tolaan Maaraatoonii Amistardaamiin ala ta’e Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Atileet Taammiraat Tolaan miidhama isa muudateen Maaraatoonii Amistardaamiin ala ta’eera. Shaampiyoonaan Olompikii fi Addunyaa Atileet Taammiraat…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa dirqama kamiiyyuu ga’umsaan raawwachuuf qophummaa olaanaa qaba – L/J Yilmaa… Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa dirqama kamiiyyuu ga’umsaan raawwachuuf qophummaa olaanaarratti argama jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensichaa…
Idil Addunyaa Gameessi Siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan boqote Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Ministirri Muummee duraanii fi gameessi Siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan addunyaan kanarraa du’aan boqote. Dhibee onnee isa muudateen Hinditti…
Biiznasii Oromiyaatti hanga kurmaana 1ffaatti biqilaan bunaa biiliyoonni 2.4 dhaabbate Sifen Megersa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana hanga kurmaana 1ffaatti biqilaan bunaa biiliyoonni 2.4 dhaabbateera. Hanga kurmaan 1ffaatti Biqiltuu bunaa biiliyoona…
Biiznasii Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa gaggeesse ifoome Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoome. Baankoonni 31 caalbaasicharratti hirmaataniiru. Haaluma…
Ispoortii Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu ni… Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaan Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu xiyyeeffannoo…