Rakkoo bulchiinsa gaarii magaalotaa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Rakkoo bulchiinsa gaarii magaalotaatti muula’atan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dubbatan.…