Mariin tokkummaa, amantaa fi sabdaneessummaarratti xiyyeeffate magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Yaa’iin dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa marii tokkummaa, amantaa fi sabdaneessummaarratti xiyyeeffate magaalaa Hararitti gaggeessaa jiru.…