Author
Sifen Megersa 16544 posts
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 582 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 582 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan…
Hoggantoonni ABUT magaalaa Finfinneetti argaman waamicha Paartichi taasiiseef kan hin fudhanne ta’uu…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Hoggantoonni ABUT magaalaa Finfinneetti argaman waamicha Paartichi taasiiseef kan hin fudhanne ta’uu beeksisan.
Magaalaa Finfinneetti…
Obbo Dammaqaa Makkoonniin ajjeechaa godina Matakkalitti raawwatame balaaleffatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin ajjeechaa Godina Matakkalitti raawwatame balaaleffatan.
Taateen irra…
Weerarri vaayrasii koroonaa shamarran kumni dhibbi 5 ol umrii malee akka heerumaniif sababa ta’u…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) –weerarri vaayrasii koroonaa shamarran kumni dhibbi 5 ol umrii malee akka heerumaniis sababa ta’uu danda’a jedhame.
Bara kana weerarri…
Konfaransiin dhaabbatummaa hoggansa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) - Konfaransiin dhaabbatummaa hoggansa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurame.
Konfaransichi…
Ambaasaaddarootaa fi Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinneetti godhataniif haala yeroorratti…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddarootaa fi Dippiloomaatoota teessoo isaaniin Finfinneetti taasisaniif dhimmoota haala yeroorratti ibsi laate.…
Baangilaadeesh namoota yakka dirqiin gudeeduu raawwatan du’aan adabuufi
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Baangilaadeesh namoota yakka dirqiin gudeeduu raawwatan du’aan adabuuf akka ta’e ibsame.
Baangilaadeeshitti yakka gudeeddii…
Faanaa Broodkaasitiing Koorporeet Afaan Arabaatiin tamsaasa Teeleeviizyiin eegale
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Faanaa Broodkaasitiing Koorporeet har’aa jalqabee Afaan Arabaatiin qophiiwwan garaagaraan tamsaasa Teeleeviizyiin eegale.
Tamsaasni kunis har’a…
Obbo Lidatu Ayyaalew himannaa 2ffaa himatamaniin har’a waaree booda Mana Murtii Waliigalaa Shawaa…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Obbo Lidatu Ayyaalew yakka sanadoota mootummaa ce’umsaa heera mootummaa faallesuu qopheessuun himatamuun har’a dhaddacharratti dhiyaatan.…