Kibba Afrikaatti namoonni miiliyoonni 50 ol beelaf saaxilaman
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Kibba Afrikaatti namoonni miiliyoonni 50 ol beelaf saaxilamaa dhufuu dhaabbileen idil addunyaa akeekkachiisan.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…