Oduu biyya keessaa Sagantaan sosochii nageenya daandii ifatti eegalame Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Sagantaan sosochii nageenya daandii biyyaalessaa mata duree ‘qaammee hanga qaammee ni geenya’ jedhuun ifatti eegalame. Sagantaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo keenya balfaarraa,keessaa keenya jibbiinsarraa yaa qulqulleessinu –Aadde Adaanachi Abeebee Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee addabaabayii Masqaalaatti argamuun sibiloota qarqara daandiitti argamanirratti…
Oduu biyya keessaa Lammiilee balaa lolaan buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuma 77f deeggarsa namoomaa taasisuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Lammiilee balaa lolaan buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuma 77f deeggarsa namoomaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa…
Oduu biyya keessaa Dhibee waagii ittisuuf keemikaalli farra waagii leetira kuma 84 ol qonnaan bulaaf raabsuuf… Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) –Bara kana dhibee waagii midhaaniirraa ittisuuf keemikaala farra waagii leetira kuma 84 ol qonnaan bultootaaf raabsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Idil Addunyaa Giddugalli baqattootaa Liibiyaa cufamuu qaba -DhMG Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) –Giddugalli baqattootaa Liibiyaa keessa jiru cufamuu akka qabu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise. Giddugalli baqattootaa Liibiyaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Federaalaa obbo Jawaar Mahaammadfarraatti himata banuuf beellama guyyoota 15 gaafate Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Federaalaa obbo Jawaar Mahaammadfarratti himata banuuf beellama guyyoota 15 gaafate. Abbaan Alangaa Waliigalaa ragaalee…
Fayyaa Haalli jiru hormaata Bookee Busaaf mijataa waan ta’eef hawaasni of eeggannoo taasisu qaba jedhame Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Haalli qilleensaa walhormaata Bookee Busaaf mijataa waan ta’eef hawaasni naannoo dhibichi itti mudatu jiraatu of eeggannoo cimaa taasisuu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Lidaatuu Ayyaaleew kuffise Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Manni Murtii aanaa magaalaa Bishooftuu gaaffii mirga wabii obbo Lidaatuu Ayyaaleew kuffisuu himame. Manni murtii aanaa magaalaa Biishooftuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dabalataan namoonni 289 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 289 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Biiznasii Baankichi gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa elektirooniksiin eegale Sifen Megersa Sep 4, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa elektirooniksiin eegaluu beeksiseera. Baankiin Daldala Ityoophiyaa, dhaabbata…