Biiznasii Gannaa hanqinni sukkaaraa akka hin muuddanneef hojjetamaa jira Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Waktii gannaa hanqinni dhiyeessii sukkaaraa akka hin muuddanneef kuntaalli miiliyoonni 3.1 of eeggannoof kuufamaa jiraachuu himameera. …
Oduu biyya keessaa Miidhaan koorniyaa dubartii tokkorra ga’u dubartoota hundarra akka ga’eetti ilaallamuu qaba – Pr.… Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Miidhaan koorniyaa dubartii tokkorra ga’u dubartoota hundarra akka ga’eetti ilaallamuu qaba jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee. …
Oduu biyya keessaa Dhiyeessii bishaanii fooyyesuuf Paamponni Bishaanii 34 naannoleef rabsaman Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Iinarjii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dhiyeessa Bishaanii fooyyesuuf Paampoota 34 Birrii miiliyoona 13 oliin…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahin Af yaa’ii mana maree federeeshinii ta’uun filataman Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Manni Maree Federeeshinii Obbo Adam Faaraahin Af yaa’ii Mana Maree Federeeshinii taasisuun filate. Manni marichaa walga’ii guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Weerarri vaayrasii koroonaa furmaata argachuu kan danda’u tarkaanfii waloo fi walta’iinsa idila… Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fooramii diinagdee gamaaggamaa qabeenyaa fi kallattii guddinaa ‘online’n qophaa’erratti haasawa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 1,859 ga’e Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 81 irratti vaayrasiin koroonaa kan argame yoo ta’u, lubbuun namoota 2 darbuu Biiroon Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni miiliyoonni 16 ol deeggarsa namoomaa kan barbaadan ta’uu ibsame Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni miiliyoonni 16.5 deeggarsa namoomaa kan barbaadan ta’uu Ityoophiyaatti Waajjirri Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan haguuggii afaanii fi funyaanii miiliyoona 5.5 oomishuuf hojjetamaa jiraachuu himame Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Guyyaan haguuggii afaanii fi funyaanii miiliyoona 5.5 oomishuuf hojjetama jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise. Weerara…
Uncategorized Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 148 ga’e Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 7 irratti vaayrasiin koroonaa kan argame yoo ta’u, lubbuun nama 1 darbeera. Sa'aa…
Idil Addunyaa Naajeeriyaatti haleellaa raawwatameen lubbuun namoota 59 darbe Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Kaaba Najeeriyaatti haleellaa raawwatameen lubbuun namoota 59 olii darbuu dhaga’ame. Haleellicha bulchiinsa Booroonoo godina Giidiiboo…