Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa eegalame Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddaattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti eegalame. Shaampiyoonaan kun har'aa eegalee hanga…
Idil Addunyaa Barri Faranjootaa 2019 Ameerikaatti bara ajjeechaan waliigalaa olaanaan itti galmaa’e jedhame Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Muddee 20, 2012 (FBC) – Bara Faranjootaa 2019 xumuramaa jiru keessa Ameerikaatti ajjeechaa waliigala 41 raawwatameen, lubbuun namoota 211 darbeera. Dhimmicharratti qorannoo gaggeessan…
Idil Addunyaa Filippiinsitti rooba cimaa bubbee makate rooben namoonni 47 du’an Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20 ,2012 (FBC) Filippiinsitti rooba cimaa bubbee makate rooben lubbuun namoota 47 yoo darbu, qabeenyi hudduun barbadaa’uun himame. Balaa kanaan yoo xiqqaate namoota 140…
Ispoortii Jimmaa Abbaa Jifaar Qiddusa Giyoorgiis 2-1 injifate Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar Qiddusa Giyoorgiis 2-1 yoo injifatu Adaamaan qixa bahe. Liigiichaan guyyaa har’aa…
Fayyaa Corqaa (Qaaraa) baayy’inaan nyaachuun dhibee onneen qabamuu irraa nama baraara – qorannoo Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Corqaa baayy’inaan nyaachuun carraa dhibee onneen qabamuu dhibbeentaa 40 akka hir’isu qorannoon tokko ifoome. Akka qorannoon biyya Xaaliyaanitti namoota…
Oduu biyya keessaa Lotoriin lammiitu lammiif miiliyoonni 34 caasaalee mootummaa harkatti hafe Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Lotoriin lammiitu lammiif miiliyoona 40 keessaa miiliyoonni 34 caasaalee mootummaa harkatti hafuu isaa Dooktar Abarraa Dheereessaa himan. Lammiilee…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti Maallaqni seeraan alaa too’atame Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) -Bulchiinsa magaala Shaashamanneetti Birrii miiliyoonni lamaa fi kumni 200 ol qabamuu odeeffannoon Waajjira Poolisii Magaalichaa beeksise. Maallaqichi kan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Sosochii misooma bunaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii Sosochii misooma bunaa ogeeyyii godinaalee fi aanaalee bunni keessatti oomishamaa jiru hirmaachise gaggeeffamaa jira. Hudhaawwan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen amantaa gochaa manneen amantaa magaala mooxaa irratti raawwate balaalleffatan Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Manni maree dhimmoota Islaamummaa Ityophiyaa fi manni amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa gochaa manneen amantaa Magaala mooxaa irratti raawwate…
Oduu biyya keessaa Adeemsaalee Waldanda’uu amantaalee fi aadaa waliin jireenyaa faalleessan ni balaalleeffanna –… Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Adeemsaalee Waldanda’uu amantaalee fi aadaa waliin jireenyaa faalleessan kan balaalleeffatan ta’uu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad ibsan.…