Oduu biyya keessaa Baankichi deeggarsa taasise Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf Waldaan Akkasiyoonii Baankii Hibratii fi Inshuraansiin Hibrat deegarsa maallaqaa taasisan. Vaayrasii koroonaa ittisuu fi…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoome Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC) - Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoome. Ityoo - Teeleekoom Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC)- Biyyoonni Miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waliigaluu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Manni amantichaa dhaabbileen yeroof tajaajila akka dhaabaan murteesse Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC)- Manni Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa dhaabbiileen mana amantichaa yeroof tajaajila akka dhaabaan murteessuu beeksise. Qulqulluun…
Oduu biyya keessaa Waldichi vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 5 laate Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC)- Waldaan Misooma Oromiyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 5 laate. Deeggarsichi hojii to'annoo tatamsa'ina vaayirasii koronaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Amaaraa hojjettoonni mootummaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaaf saaxilamoo ta’an… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Amaaraa hojjettoonni mootummaa tatamsa’ina vaayrasii koroonaaf saaxilamoo ta’an mana taa’anii hojii akka hojjetan murteesse.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qonnaan bultoota naannoo Boolee Bulbulaatti argamaniif meeshaalee… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qonnaan bultoota naannoo Boolee Bulbulaatti argamaniif meeshaalee quqlullinaa arjoome. Qonnaan bultoonni…
Oduu biyya keessaa Doolaarri sobaa kumni dhibbi 8 fi kumni 73 fi 900 to’atame Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Magaalaa Goondar kutaa bulchiinsa Azazootti Doolaarri sobaa kumni dhibbi 8 fi kumni 73 fi 900 to’atamu poolisiin beeksise. Eeruu…
Waajabila Faanaa Lammiin Ruwaandaa ajaja manaa hin ba’inaa cabsee ba’e naachaan nyaatame Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Lammiin Ruwaandaa tatamsa'ina vaayrasii koronaa ittisuuf ajaja manaa hin ba’inaa cabsuun qurxummii qabuu deeme naachaan nyaatame. …
Idil Addunyaa Mootiin Weels Chaarles vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ilmi mootittii Biriitaaniyaa Mootiin Weels Chaarles qorannoo taasifameen vaayrasii koroonaan qabamuu mirkanaa’e. Chaarles vaayrasichaan qabamuu…