Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan qophii biqiltuu daawwatan Sifen Megersa Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandha 28, 2012 (FFBC) – Itti aanaan Kaantibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan haala qophii biqiltuu ganna dhufu dhaabbatuu daawwatan. Magaalichatti…
Oduu biyya keessaa Iityoo Teelekoom hayyoota dubartoota hojii baruu fi barsiisuu keessatti ga’ee olaanaa ba’an badhaase Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Iityoo Teelekoom guyyaa dubartoota addunyaa 44ffaa sababeeffachuun hayyoota dubartoota hojii baruu fi barsiisuu keessatti ga’ee olaanaa ba’an…
Oduu biyya keessaa Hojii daldalaa mijataa fi si’ataa taasisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Hojii daldalaa mijataa fi si’ataa taasisuu kan dandeessisu tajaajilli elektirooniiksii daldala Poortaalii biyyaalessaa ifoomera. Tajaajilli…
Ispoortii Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 16ffaan booruu eegaluun ni taphatamu jedhame Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) –Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 16ffaan booruu eegaluun ni taphatamu jedhame. Liigiichi boqonnaa torbee lamaan booda marsaa 2ffaan…
Fayyaa Namoota dhibee vaayrasii koroonaan qabaman keessaa namoonni kumni 53 ol fayyan Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Namoota dhibee vaayrasii koroonaan qabaman keessaa namoonni kumni 53 ol fayyan jedhame. Erga weerarri vaayrasii koroonaa muul’atee namoota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Liigiin Arabaa Hidha Haaromsaarratti Gibts deeggaruun murteen dabarse fudhatama hin… Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Liigiin Arabaa Hidha Haaromsaarratti Gibts deeggaruun murteen dabarse fudhatama hin qabu jette. Liigiin Arabaa sadarkaa ministiroota…
Biiznasii Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajila fe’umsaa fi loojastiiksitiin badhaasa idil addunyaa… Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajila fe'umsaa fi loojastiiksitiin badhaasa idil addunyaa kan waggaa moo’ate. Dhaabbatichi waldorgommii Hind…
Oduu biyya keessaa Lubbuun namoota 3 koontiroobaandii to’achuurratti balaa boombitiin darbe Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Qaamolee koontiroobaandii daddabarsan to’achuuf yaalii godhamaa tureen lubbuun hojjettoota Guumruukaa, Poolisii Federaalaa fi Humna Addaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa hidha haaromsaarratti qaamni hunduu hirmaachuu qaba- Hoggantoota Paartiilee siyyaasaa Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Ijaarsa hidha haaromsaarratti garaagarummaa tokko malee qaamni hundi hirmaachuu akka qaban hoggantoonni Paartiilee siyyaasaa himan. Hidha…
Oduu biyya keessaa Guyyaa guyyaan hoomaan awwaannisaa 2-3 gara Ityoophiyaa seenaa jira Sifen Megersa Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) - Guyyaa guyyaan hoomaan awwaannisaa 2-3 gara Ityoophiyaa seenaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa Ityoophiyaa beeksise. Hoomaan awwaannisaa…