Oduu biyya keessaa Jastiin Truudoon Finfinnee ni galan Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa Kaanaadaa Jastiin Truudoon daawwannaa guyyoota sadiif Finfinnee galaniiru. Buufata xiyyaaraa idil addunyaa booleetti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti bara kana ijaarsi proojaktoota misooma jallisii ammayyaa 19 eegalaman Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Bara baajataa kana naannoo Oromiyaatti ijaarsi proojaktoota misooma jallisii ammaayyaa 19 eegaluu isaanii ibsameera. Proojaktoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan miseensoota Boordii Faawundeeshinii Biig Wiin waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonnin miseensoota boordii Faawundeeshinii Biig Wiin waliin mari’ataniiru. Hanga bara 2030tti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jibuutiin miseensa mana maree nageenyaa gamtaa Afrikaa ta’uun filataman Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jibuutiin miseensa mana maree nageenyaa Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamuun isaanii ibsameera. Biyyoonni lamaanuu waggoota lamaaf…
Biiznasii Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti galiin Birrii biiliyoona 21.53 walitti qabame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Finfinnee baatiiwwan 6n darbanitti taaksii kallattii fi al kallattiirraa Birrii biiliyoona 21.53 walitti qabuu beeksise.…
Ispoortii Waldorgommiin ispoortii dhaabbiilee federaalaa gidduutti gaggeeffamu eegalame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Waldorgommiin ispoortii manneen hojii ministeerotaa fi dhaabbilee federaalaa hunda hirmaachise eegalameera. Waldorgommiin ispoortii kun hariiroo…
Oduu biyya keessaa Baha Ityoophiyaatti dabbabarsa nyaataa fi qorichoota seeraan alaarratti to’annoo cimaan ni… Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Baha Ityoophiyaatti dabbabarsa nyaataa fi qorichoota seeraan alaarratti to’annoo cimaan akka barbaachisu koreen dhaabbii dhimmoota dubartoota,…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti proojaktoonni misooma jallisii Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarramuufi Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Naannoo Amaaraatti proojaktoonni misooma jallasii haaraan 200 Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 21n ijaarramuuf akka ta’e Biiroon Qonnaa naannichaa…
Ispoortii Shaampiyoonaa tapha guutuu Oromiyaa 26ffaaf qophiin xumurame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 26ffaan Bitootessa 6-21,2012tti magaalaa Sabbataatti ni gaggeeffama. Shaampiyoonaa kanaaf qophiin barbaachisu…
Oduu biyya keessaa Sababa Koroonaa Vaayrasiin balalli gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun fudhatama hin qabu –… Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Sababa Koroonaa Vaayrasiin daandiiwwan qilleensaa Afrikaa tokko tokko balalli gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun fudhatama akka hin qabne Gamtaa…