Oduu biyya keessaa Balaa konkolaataa ga’een lubbuun namoota 5 darbe Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa Buunoo Baddallee aanaa Dhidheessaa fi Baale Dalloo Mannaatti ga’een lubbuun namoota 5 darbe. Kaleessa galgala godina Buunnoo…
Oduu biyya keessaa Dirree Daawaatti hoomaan waraabeeyyii sodaachisaa ta’aa jira Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Magaalaa Dirree Daawaa naannoo ganda Rooqaatti hoomaan waraabeeyyii miidhaa geessisaa jiraachuun ibsame. Hoomaan kun daa’immaa umurii waggaa 3 lubbuu…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 17.6 olitti tilmaammamu to’atame Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 17 fi kuma dhibba 6 fi kuma 84 olitti tilmaammamu to’atame. Guyyaa kaleessaa meeshaaleen…
Ispoortii Leenjisaan garee kubbaa miilaa magaalaa Dirree Daawaa gaggeeffaman Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan sadarkaa dhumaa irratti kan argamu gareen kubbaa miilaa Dirree Daawaa leenjisaa isaa Simi’oon Abbay gaggeesseera. Bakka…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shawaa Roobiitiitti mallaqni sobaa fi meeshaaleen waranaa to’ataman Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Shawaa Roobiitiitti maallaqni sobaa Birriin kumni 11 fi meeshaaleen waranaa seeraan alaa to’atamuu Poolisiin bulchiinsa magaalichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Aadde Hiruut Zammanaan Cheen Shiyaadoonag waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Hiruut Zammanaan gargaaraa ministira Ministeera Dhimmaa Alaa Chaayinaa Cheen Shiyaadoonag…
Idil Addunyaa Vaayirasiin Koroonaa biyyoota miseensa IGAD irra miidhaa akka hin qaqqabsiifneef hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Mootummootni Misooma Baha Afrikaa (IGAD) Vaayirasiin Koroonaa naannichatti miidhaa akka hin geessisneef hojii dursanii ittisuu hojjechaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Ummanni Oromoo ammaan booda aarsaa hin barbaachisne kaffaluu keessaa ba’uun misoomarratti… Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Godina Dhiha Baalee aanaa Dalloo Mannaa, ganda Malkaa Mannaatti proojaktiin misooma jallisii Walmal har’a ebbifameera. Muummee ministiraa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Gannaalee Daawwaa III ebbifame Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012(FBC) –Proojaktiin madda anniisaa elektirikaa Gannaalee Daawwaa ebbifame. Sirni eebbaa Proojaktii Gannaalee Daawwaa 3ffaan guyyaa har’aa bakka Muummeen…
Oduu biyya keessaa Hudhaalee Invastimantii hiikuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Hudhaalee Proojektota invastimantii Oromiyaa furuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise.…