Fayyaa Chaayinaan guyyoota 6 keessaatti Hospitaala sadarkaa eeggate ijaaruufi Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Chaayinaan bulchiinsa Wiihaanitti guyyoota 6 keessaatti Hospitaala sadarkaa eeggate ijaartee xumuruuf akka ta’e beeksiifte. …
Ispoortii Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii ( Jaan-Meedaa)37ffaan gaggeeffame Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii idila addunyaa 37ffaan guyyaa har’aa gosoota Ispoortii 6 gaggeeffameera. Fiigicha kiloo meetira 6…
Oduu biyya keessaa Eejansii haaraa nyaata barattootaa hundaa’eef miseensoonni boordii filataman Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Eejansii haaraa nyaata barattootaa hundaa’eef miseensoonni boordii kutaa hawaasaa garagaraa irraa namoonni 23 filataman. Miseesoonni boordii…
Ispoortii MM Dooktar Abiy koree Olompikii Tookyoo waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad koree biyyooleessaa qophii Olompikii Tookyoo qindeessuuf hundaa’e waliin mari’atan. Koreen kun qophii…
Idil Addunyaa Balaa hombobbolessaa Ispeenitti muudateen lubbuun namoota 13 darbe Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Balaa hombobboleessaa Ispeeniitti muudateen lubbuun namoota 13 yoo darbu, namoonni 4 ammoo as buuteen dhabamuu ibsame. Dambalii cimaa Baha…
Oduu biyya keessaa Giddugalli sakkata’iinsa paampii bishaanii xixiqqaa fi motarootaa baname Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Dhaabbata Madaaallii Ga’umsa Ityoophiyaatti Gidduugalli Sakkata’iinsa Paampiiwwan Bishaan harkisan xixiqqaa fi motarootaa baname. Ministir deettaan…
Teeknooloojii Baatiiwwan 6n darbanitti miidhaan saayibarii 285 qaqqabuun ibsame Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Baatiiwwan 6n darbanitti miidhaan bu’ura misoomaa saaybarii irratti xiyyeeffate 285 raawwatamuu Eejansiin Nageenya Neetwoorkii Odeeffannoo ifoomseera.…
Idil Addunyaa Hoomaan awwaannisaa Gaanfa Afrikaatti muudate waggoottan 25 as isa hammaatadha jedhame Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Hoomaan awwaannisaa Gaanfa Afrikaatti muudate waggoottan 25 as kan bara kanaa hammaataa ta’uun ibsame. Hoomaan bara kana Baha Afrikaatti muudate…
Biiznasii Baatiiwwan 6n darbanitti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 ol to’atame Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Guumruukii Ityoophiyaa baatiiwwan 6n darbanitti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamu to’aachuu isaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa gaggeessuu eegale. Yaa’ichi oolmaa isaa guyyaa har’aatin wixinee labsii…