Ispoortii Loozaa Abarraa yeroo 2ffaaf taphatttuu cimtuu taate Sifen Megersa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Loozaa Abarraa liigii dubartootaa Maaltaan taphattuu cimtuu baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte. Taphattuun garee biyyaaleessa Ityoophiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa guyyaa booru walga’ii idilee ni gaggeessa Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee mana marichaa guyyaa booru akka gaggeessu beeksiseera. Manni marichaa walga’ii idilee booru…
Idil Addunyaa Erga Iiraan buufata loltootaa Ameerikaa irratti haleellaa raawwattee booda gatiin boba’aa dabaluun… Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Erga Iiraan buufata loltootaa Ameerikaa lama irratti haleellaa raawwattee booda gatiin boba’aa dabaluun isaa ibsameera. Haaluma kanaan…
Ispoortii Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa ifoome Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa har'a ifoomera. "Tokkummaan nageenya lammiileef’ mata duree…
Ispoortii Jimmaa Abbaa Jifaar imala moo’annaa isaa itti fufee jira Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Taphoonni Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 7ffaan guyyaa har’aa magaaloota garaagaraatti gaggeeffameera. Taphoota har’a gaggeeffameen:- Jimmaa Abbaa…
Oduu biyya keessaa Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa ifoome Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa har'a ifoomera. "Tokkummaan nageenya lammiileef’ mata…
Oduu biyya keessaa Xaa’oo biyyoo alaa fe’uuf qophiin xumurame Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Mudee 29, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Geejiba Galaanaa fi Tajaajila Loojastiiksii Ityoophiyaa xaa’oo biyyoo oomishaa bara 2012f oolu gara biyya keessatti fe’uuf qophii xumuruu…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Walloo barattoota, barsiisootaa fi hojjettoota 335 irratti tarkaanfii fudhate Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitiin Walloo barattoota, barsiisootaa fi hojjettoota jeequmsa keessatti hirmaatan jedhe 335 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.…
Ispoortii Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa waggaa kanaa ta’e Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Lammiin Seeneegaalii fi taphataan sarara fuulduraa Liivarpool Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara kanaa ta’e. Sayidoo Maaneen Mahaammad…
Idil Addunyaa Balaa xiyyaara Yuukreeniin lubbuun imaltoota 176 darbe Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) –Xiyyaarri Yuukreen imaltoota 180 fe’ee magaalaa guddittii Iiraan Teehiraanii gara Keev imalaa ture kufee caccabuun miidhaa geessisuun isaa himame. Balaa…