Ispoortii Maanchiister Siitii 3 – 1n Boornimaawuuz Sifen Megersa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) - Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz injifachuun sadarkaa isaa gara…
Idil Addunyaa Gamtaan Awurooppaa qoqqoobbii diinagdee Sooriyaarra kaa’ee ture kaasuuf waliigale Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) - Pireezidaantiin duraanii Sooriyaa Bashir Al Alaasaad aangorraa ka'uu hordofee Gamtaan Awurooppaa qoqqoobbii diinagdee Sooriyaarra kaa'ee ture kaasuuf…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Maaddii Guutuu oomishtummaa Dammaa dabaluurratti gumaacha olaanaa taasisaa jira jedhame Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti sagantaaleen oomishtummaa guddisuun wabii nyaataa mirkaneessan bal’inaan hojiirra oolaa jiraachuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xirunaan Yaa’ii Biraaziil – Afrikaarratti hirmaachaa jiru Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Ministira Muummee Itti Aanaa FDRI Tamasgeen Xirunaan durfamu Yaa’ii Biraaziil – Afrikaa 2ffaarratti hirmaachaa jira. Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Eenyummeessaan Diijitaalaa bu’uura misoomaa daran murteessadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) – Ammaan booda Eenyummeessaan Diijitaalaa filannoo osoo hin taane tajaajilaan, hawaasummaan, dhaabbilee fi mootummaa namoota waliin qunnamsiisuuf bu’uura…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Beelladoota miiliyoona 16 oliif Talaalliin kanname – BQO Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) - Oromiyaatti hojii tarsiimoo dhibee dursaanii ittisuurratti xiyyeeffateen bara kana beelladoota miiliyoona 16 oliif Talaalliin kennamuu Biiroon Qonna…
Ispoortii Morkii Maanchiister Siitiin hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argachuuf taasiisu Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) – Tapha qixxeessituu torbee 37ffaa Piriimeer Liigii Ingiliiziin falmiin har’a Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz waliin taasiisu ni eegama. Kilaboonni…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kaabaatti qonna Gannaa bara kanaaf hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 300 fi kumni 90… Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) -Godina Shawaa Kaabaatti qonna Gannaa bara oomishaa 2017/18'f hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 300 fi kumni 90 qotamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Oduu biyya keessaa Biyya ijaaruuf daa’immanirratti hojjechuun murteessadha – Kantibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaa ijoolummaa jalqabaan dhaloota egeree biyya ijaaruu danda’an horachuuf haalli mijachuu Kantibaan magaalaa…
Ispoortii Arsenaal 1 – 0 Niwuukaasiil Sifen Megersa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Niwuukaasiil injifateera. Kana hordofee Arsenaal…