Biyya ijaaruuf daa’immanirratti hojjechuun murteessadha – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaa ijoolummaa jalqabaan dhaloota egeree biyya ijaaruu danda’an horachuuf haalli mijachuu Kantibaan magaalaa…