Fayyaa Duulli talaallii dhibee Gifiraa eegalame Sifen Megersa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017 (FMC) – Sadarkaa Biyyaalessaatti duulli talaallii dhibee Gifiraa eegalmeera. Naannoo Oromiyaatti duulli kun har’a bakka Hoggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xumuraaf darbe Sifen Megersa May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xumuraaf darbe. PSGn dhaqaa gala galchii 3 fi 1n…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Piroojektoota garaagaraa ijaaramaa jiran 347 keessaa 244 xumuraman Sifen Megersa May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) – Shaggaritti Piroojektoota buleeyyii, haaraa fi suphaan hojjetamaa jiran 347 keessaa hanga ammaatti Piroojektoonni 244 xumuramuu bulchiinsi magaalichaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Hariiroo dippilomaasii guddachaa jiru caalmaatti milkeessuuf hayyoonni fi lammiileen tumsuu qabu… Sifen Megersa May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017(FMC) - Jijjiirama waliigalaa biyyattii keessatti hojiirra oole hordofee bu’aaleen gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan akka biyyaatti galmaa’aa jiru. Bu’aalee…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSGn Arsenaal keessummeessu ni eegama Sifen Megersa May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har'a PSGn Arsenaal keessummeessu ni eegama. Har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee…
Oduu biyya keessaa Hariiroon seenaa fi michummaan Itiyoophiyaa fi Israa’eel baroota lakkoofsise har’as itti… Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Israa'eel waliin mari'ataniiru. Hariiroo biyyoota lamaanii ilaalchisee marii bu'aa qabeessa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Israa’el hariiroo waloo fi naannawaa caalmaatti cimsuuf mari’atan Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii Israa'eel Geediyoon Saar waliin dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari'ataniiru.…
Ispoortii Tapha guutuu Oromiyaa 27ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har’a dorgommiiwwan garaagaraa dorgomaman Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) – Tapha guutuu Oromiyaa 27ffaa magaalaa Ambootti eegalmeen oolmaa guyyaa 2ffaan har'a dorgommiiwwan garaagaraa dorgomamaniiru. Tapha Kubbaa Miilaan har'a…
Oduu biyya keessaa Gootummaan yeroo ammaa hiyyummaa fi duubatti hafummaa hambisuun badhaadhina hundagaleessa… Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Gootummaan bara kanaa hiyyummaa fi duubatti hafummaa hambisuun badhaadhina hundagaleessa mirkaneessuu ta'uu Ministirri Muummee itti aanaan Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyii miidiyaa fi kominikeeshinii ga’umsa qabanii fi Haala qabatamaa addunyaa hubatan… Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Ogeeyyii miidiyaa fi kominikeeshinii ga'umsa qabanii fi Haala qabatamaa addunyaa hubatan horachuun murteessaa ta'uu Itti Gaafatamaan Hariiroo ummataa fi idil…