Daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa erga eebbifamee daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Adwaa daawwachuu isaanii ibsame.…