Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Zaambiyaa Finfinnee dhufan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Zaambiyaa Hakaayindee Hiicheeleemaan Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Riippaablika Koongoo Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Riippaablika Koongoo Deeniis Saasoo Niguuweesoon Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Seeneegaal Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Seeneegaal Baasiiruu Diiyoomaayyee Faayyeen Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Obiiyaang Nuugeemiyaa Baasoongoon Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan gita isaanii Soomaaliyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan gita isaanii Soomaaliyaa Alii Mohaammad Oomaar waliin mari'ataniiru. Hariiroon…
Oduu biyya keessaa Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Ooluureemii Tiinuubbuun Finfinnee galaniiru. Giiftii dureettiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Angoolaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Maanu'eel Goonsaalvees Looreensi Yaa'ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Teeknooloojii Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Diijitaala Biyyaalessaa Appilikeeshinii haaraa ifoomse Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Diijitaala Biyyaalessaa Moosaajii Moobaayilaa Faayidaa Diijitaal haaraa ifoomseera. Appilikeeshiniin kun tajaajiloota…
Uncategorized Ministirri Haqaa Rippaabliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaaf Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Haqaa Rippabiliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. He Rong jila isaanii waliin wayita buufata…
Oduu biyya keessaa Sababa Yaa’ii Gamtaa Afrikaan Tarminaaloonni Geejjibaa uummataa bakki jijjiiraman ifooman Sifen Megersa Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) - Magaalaa Finfinneetti Sababa Yaa'ii Gamtaa Afrikaan Tarminaaloonni Geejjibaa Uummataa bakki jijjiiraman ifoomaniiru. Haaluma kanaan Guyyaa Boruu…