Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa gara Magaalaa Haydiraabaadiitti balallii eegaluufi
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Waxabajji 9, 2017 jalqabee Hinditti bakka ga’umsaa 5ffaa kan taate gara Magaalaa Haydiraabaadiitti balallii eegaluuf…