Lammiileen Itiyoophiyaa 313 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessaa turan 313 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 208 dhiirota, 92…