Oduu biyya keessaa Korichi raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggame Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) - Koreen Riifoormii Taaksii Biyyaalessaa raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggameera. Raawwiin hojii sassaabbii galii baatiwwan jahan darbanii…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa meeshaalee Doolaara miiliyoona 4.1 olitti tilmaamamu deeggarsaan argate Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Dhaabbilee deeggartootaa 2 irraa meeshaalee Doolaara miiliyoona 4.1 olitti tilmaamamu deeggarsaan argachuu ibsame. Dhaabbanni…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen yeroo hojii isaanii kan xumuran Ambaasaaddara Gaambiyaa gaggeessan Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen yeroo hojii isaanii kan xumuran Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Gaambiyaa kan turan Jaayinaabaa Jaagineen…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Magaalaa Loogiyaa tajaajila kennuu eegale Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Piroojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Magalaa Loogiyaa eebbifamuun tajaajila kennuu eegaleera. Piroojektiin Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80…
Idil Addunyaa Naayijeeriyaatti Bootteen boba’aa garagaluun dhohiinsa mudateen lubbuun namoota 77 darbe Sifen Megersa Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC) – Naayijeeriyaatti Botteen boba'aa fe'ee ture garagaluu hordofee, namoonni boba'aa waraabbachuuf fiigaa turan 77 du'an. Naayijeeriyaa Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin namoota gocha seeraan alaarratti hirmaatanirratti fudhatamu cimee itti fufa –… Sifen Megersa Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC) – Tarkaanfiin namoota gocha seeraan alaarratti hirmaatanirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksiise. Yakki…
Biiznasii Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolarri miiliyoonni 900 ol argame Sifen Megersa Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii12, 2017 (FMC) –Baatiwwan jahan darban Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolarri miiliyoonni 900 fi miiliyoonni 8 ol argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Ayyaanni Kataraa akkaataa duudhaa amantaa eegee fi miidhagina qabuun kabajame Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Guutuu Oromiyaatti Ayyaanni Kataraa akkaataa duudhaa fi sirna amantaa eegeen miidhaginaa kabajameera. Magaalootaa fi Aanaalee Oromiyaa hunda keessatti…
Ispoortii Bireentifoord 0 – 2 Liiverpuul Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Taphoota Piirimiyeer liigii Ingilaandi galgala kana taphatameen Liiverpuur galchii 2 fi 0n Bireentifoord injifachuun dursummaa liigichaa cimsate.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen bakka buutoota jiraattoota magaalaa Goondar waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutoota jiraattoota magaalaa Goondar waliin mari'ataniiru. Af Yaa'ii Mana Maree Federeeshinii Obbo…