Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera. Pireezidaantiin…
Ispoortii Luusiwwan tapha deebii gulaallii Waancaa Afrikaan har’a gita isaanii Ugaandaa waliin taphatu Sifen Megersa Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin tapha deebii ni taphata. Har’a waaree booda sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Daldalaa Paakiistaan dameewwan Investimantii Itiyoophiyaan qabdurratti akka hirmaataan… Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Hawaasni Daldalaa Paakiistaan dameewwan Investimantii Itiyoophiyaan qabdurratti akka hirmaataan waamichi dhiyaateera. Fooramiin Biiznasii Itiyoo -…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa injiffannoo waloo lammiillee Ititoophiyaa hundaati – Hayyoota Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa injiffannoo waloo lammiilleen Itiyoophiyaa hundi garaagarummaa amantaa, aadaa, Afaanii fi eenyummaan osoo wal hin qoodin waloon…
Oduu biyya keessaa Itti gaafatamtoonni caasaa gandaa carraa argataniin hawaasa isaanii sirnaan tajaajiluu qabu –… Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) –Itti gaafatamtoonni caasaa gandaa carraa argataniin hawaasa isaanii sirnaan tajaajiluu akka qaban Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Tasgabbii naannawaa Daangaa Afaarii fi Somaaleetti argame waaressuun murteessaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) –Tasgabbii naannawaa Daangaa Afaarii fi Somaaleetti argame caalmaatti waaressuun murteessaa ta'uu ibsameera. Walitti bu'iinsa naannawaa Daangaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dabaarqitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Goondar Kaabaa aanaa Dabaarqitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbuu Poolisiin godinichaa ibse. Balaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Biiznasii Itiyoo Chaayinaa dhaabbilee 300 ol hirmaachise gaggeeffame Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Fooramiin Biiznasii Itiyoo Chaayinaa dhaabbilee 300 ol hirmaachise Beejiingitti gaggeeffameera. Chaayinaatti Embaasiin Itiyoophiyaa koree Tumsaa fi…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Qonni Itiyoophiyaa caalmaatti jijjiirama qabeenya qilleensaa akka dandamatu deeggaru… Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Piroojektiin Qonni Itiyoophiyaa caalmaatti jijjiirama qabeenya qilleensaa akka dandamatu deeggaru ifoomeera. Piroojektichi deeggarsa maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Marahabeteetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Marahabeteetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera. Konkolaataan hojjettoota 25…