Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii 3 keessa tokko taate
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii badhaasa bara Faranjootaa 2024'f kaadhimaman sadi keessaa tokko ta'uu Federeeshiniin…