Zayinni Nyaata leetirri kumni 800 Waldaalee Shamattootaaf raabsame
Finfinnee, 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullalleetti Zayinni Nyaataa leetirri kumni 800 daldaltoota seeraan alaarraa dhaalame waldaalee shamattootaaf raabsameera.…