Gochaa daldala seeraan alaa deeggaruun Birrii kuma 50 fi adabbii cimaa waggaa 5 adabsiisa
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Hojii Daldalaarratti bobba’uu baataniis qaamni gochaa daldala seeraan alaaf tumsa taasiisee argame adabbii maallaqa Birrii kuma 50 fi adabbii cimaa…