Oduu biyya keessaa Aanaa Sinaanaatti Riqichi cituun miidhaa dhaqqabsiise Sifen Megersa Sep 11, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) - Godina Baalee Aanaa Sinaanaatti Riqichi Laga Togonaa cituun, Konkolaataa fe'umsaa dhidhimsuu ibsame. Balaa dhaqqabeen konkolaachisaafi namoota…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Nyaataa Tasfaabirhaan 21ffaan eebbifame Sifen Megersa Sep 11, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti kan ijaarame Giddugalli Nyaataa Tasfaabirhaan 21ffaan eebbifameera. Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa bara haaraa 2017 Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy kutaalee hawaasa harka qalleeyyiif Masaraa Mootummaatti maaddii qoodan Sifen Megersa Sep 11, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana waggaa bara haaraa sababeeffachuun kutaalee hawaasa harka qalleeyyiif Masaraa Mootummaatti maaddii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Bara haaraa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 11, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Ayyaanni Bara haaraa 2017 guutuu biyyattiitti kabajamaa jira. Barichi bara tokkummaa, jaalalaa, dhiifamaa fi nageenyii waaraa itti mirkanaa’u akka ta’u…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 549’f dhiifama taasiise Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Naannoon Sidaamaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 549’f dhiifama taasiiseera. Sirreeffamtoota dhiifamni taasiifameef…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Amantaalee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Abbootiin Amantaalee bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barri haaraan waayita kabajamuu nageenya biyyaa waaressuu fi…
Oduu biyya keessaa Qaammeen 5, Guyyaan Egeree sadarkaa naannoo Oromiyaatti kabajame Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Qaammeen 5, Guyyaan Egeree mata duree "Dhaloonni Ida'amuu Itoophiyaa Hundaaf Taatu Ijaara!" jedhuun sadarkaa naannoo Oromiyaatti magaalaa Bishooftuutti…
Oduu biyya keessaa Yeroon kan uumaan hundaaf kenne qabeenya guddaadha – Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan. Ummanni Itiyoophiyaa hundi baga bara haaraa…
Oduu biyya keessaa Barri 2017 bara imala badhaadhinaa eegalle itti dhugoomsinu haa ta’u – Obbo Dastaa Leeddaamoo Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan. Barri haaraan 2017 bara…