Bakka buutoonni paartilee siyaasaa biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Bakka buutoonni paartilee siyaasaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad waliin erga mari’atanii booda biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabaniiru.…